username:

password:



 

 Songs
 Albums
 Diggers
 Comments
 Blogwalls

 About
 Email Me


445,329 Albums + 604,843 Individual Songs
Send
Send
 
 
Descriptions

Mahammad Xawwil - 'Hurree Gaara Cilaaloo' - Albama Guutuu Oromo Music by Mohammed Tewil Full Album


Playing Next: C̲ream D̲israeli G̲e̲ars Full Album 1967
Random Page  /  Random Album


\"Hurree gaara Cilaaloo Saaqamii mee

Dubree Arsii Onnee tee Naa-banii mee

Dubree Arsii Onnee tee Naa-banii mee\"

Wallee jattuu yaadattuu? #Mahammad #Xawwil guduruusaa faffacaasaa waltajjii irratti hugguu sirbuu arguu hin oltan. Gareen Ragaa MEDIA wallee jaalatamtuu tanaa fi Walleelee Albama kana keysatti argaman hunda walitti qaqqabuun isiniif maxxansine. Bohaaraa, hiriyyoota keysaniis gara Ragaa MEDIA afeeruun bohaarsaa. Ulfaadhaa!



Ragaa MEDIA Hordoofuudhaan Seenaa, afoola, aadaa, dudhaa, wallee, sirboota, marii, odeeffannoo gara garaa Afaan Oromoo fi kanneen birootinis argachuu dandeessu.

#RagaaMEDIA Telegram irraan nuhoordoofuuf

https://t.me/joinchat/WUQ9v0dNcaWIkjxV



Toora YouTube keenyaa

https://www.youtube.com/c/ragaamedia



Fuula Facebook keenyaa

https://www.facebook.com/ragaamedia/

#RagaaMEDIA

#Oromomusic

© 2021 Basing IT