|
 |
445,329 Albums + 604,843 Individual Songs
| |
| |
Almaaz Tafarraa - 'Baafadhaa Addaan, Biftiisaa Magaala Bareedaa' - Lovely #Oromo Music Full Album
|
|
|
|
\"Saartuu Tiyyaa\" Albama ji'uu malee, Sirboota #Almaaz #Tafarraa Keeysaa Jaalatamaan Kaasseta \"Baafadhaa Addaan, Biftii Isaa Magaala Bareedaa..\" kan jedhuu isa tokko. Kaasseeta kana keessatti Sirbootnii Jiran:
1 - Baafadhaa Addaan, Biftiisaa Magaala bareedaa
2 - Eenyu Nadhaamte
3 - Araarami Maganta
4 - Gurraachakoo
5 -Heleeliin Heelleyyoo
6 - Hinbooyin
7 - Koommee jaalliyyee
8 - Nam-Lama Jiddu
9 - Nuufbariye Birraan
10 - Soba Seeqee 'faadha.
Haa tahuu Sirboonni Kun yeroo Ammaatti dhabamanii jiru. Nama takkee malee kan isaan yaadatuus dhabamaa jira. Hordooftoota Ragaa MEDIA keysaa tokko kan tahee Imadeen #Sirba kana barbaannee akka maxxansinuu gaaffii nuf dhiheeyseen nutiis Albama guutuu sagalee qulqulluu taheen qindeeysineeti isiniif maxxansine. Yeroo itti aantuu Hundeessaa Hawwisoo Afran Qalloo kan tahee Turee Lencoo qabanneeti Isiniif dhihaanna. Ragaa MEDIA hordoofuu hin dagatinaa.
Galatoomaa.
Ragaa MEDIA Hordoofuudhaan #Seenaa, afoola, aadaa, dudhaa, wallee, sirboota, marii, odeeffannoo gara garaa Afaan Oromoo fi kanneen birootinis argachuu dandeessu.
Oromo Music
#RagaaMEDIA
#Ragaa MEDIA
Almaz Tefera
Almaaz Tafarraa
Saartuu Tiyya #Oromomusic
#RagaaMEDIA Telegram irraan nuhoordoofuuf
https://t.me/joinchat/WUQ9v0dNcaWIkjxV
Toora YouTube keenyaa
https://www.youtube.com/c/ragaamedia
Fuula Facebook keenyaa
https://www.facebook.com/ragaamedia/
#RagaaMEDIA
#Oromomusic
|
| | |